GOOTA SEENAA MUSXAFAA HUSEEN

Goota Seenaa Jaal Musxafaa Huseen goota Saba isaatif lubbuu deebitee hin argamne kaffale goota seenaa jaarraa 21ffaa kana yaadachaa maatii isaa warra baqattummaa irratti argaman

SEENAA MUSXAFAA HUSEEN FII HARMEE SEENAA MUSXAFAA hatattamaan waanuma harkaa qabnuun haa birmannuuf

Goota Sabaaf wareegame seenan yoomiyyuu ni yaadata.

Comments

Popular posts from this blog

MAGAALOTA OROMIYAA DURII FII HARDHA

WAAQEEFFANNAA