Sirba Harawa Akkawaaq Jaalataa Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps May 29, 2017 https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=1392400194185831&id=100002475922779 Wallisaa Akkawaaq Jaalataa Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps Comments
MAGAALOTA OROMIYAA DURII FII HARDHA May 31, 2017 Jijjiirama maqaalee magaalota Oromiyaa Afaan Oromoo Irra Gara Afaan Habashaatti Jijjiirame Waliif Dabarsu Facaasi 1. FINFINNEE - Addis Ababa 2. AGAMSA - Markaatoo 3. BADDAA EJERSAA - Ras Kaasaa Sefer 4. BAAROO KORMAA - Xuqur Anbassaa 5. BIRBIRSA GOOROO - Piassa 6.Caffee Araaraa -sidist kiiloo 7. CAFFEE aannanii - Meksiikoo 8. CALCALLI - Saar-bet 9. DAALATTII - 4-kiiloo 10. DILDILA ADURREE - Inxooxxoo 11. GARBII - Senga-taraa 12. GOLBOO - Ceerqoos 13. GULALLEE BADHAASOO - Qeeraa 14. HURUFA BOOMBII - Jaan-Meedaa 15. QARSAA - Kaasaanchis 16. ADOOLAA - Kibre-Mengist 17. BULEE HORAA - Hagere Maariyaam 18. EJEREE - Addisaalem 19. ROOBAA - Nifaas Silk 20. ADAAMAA - Naaziret 21. CIROO - Asebe Teferi 2.BISHOOFTUU - Debre zeeyit 23.BOTEE-Maqii 24.BAATUU-Ziwaay 25.Amboo-Hagerehiwoot 26.Sabbataa-Alamganaa 27.Hoolotaa-Gannat 28.Walisoo-Gihoon 29.Tulluu eegduu-Menagesha 30.Haroo sabbuu-Alem teferi 31.Roobee-Goobbaa 32.Lammii-Lamii 33.Birbirsa-Geo Read more
GOOTA SEENAA MUSXAFAA HUSEEN May 30, 2017 Goota Seenaa Jaal Musxafaa Huseen goota Saba isaatif lubbuu deebitee hin argamne kaffale goota seenaa jaarraa 21ffaa kana yaadachaa maatii isaa warra baqattummaa irratti argaman SEENAA MUSXAFAA HUSEEN FII HARMEE SEENAA MUSXAFAA hatattamaan waanuma harkaa qabnuun haa birmannuuf Goota Sabaaf wareegame seenan yoomiyyuu ni yaadata. Read more
SEENAA DURBEE TIGIST MAAMMOO May 30, 2017 Seenaa Gabaabaa Gootittii Oromoo Barattuu Tigist Maammoo Simaa Barattoota Oromoo kan Yuuniversitoota garagaraat osoo karaa nagaan hiriira bahani dhimma abba biyummaa isaanii falmata jiranuu lubbuun isaanii waraana mootummaa Wayyaanen darbite keessaa seenaa gabaabaa barattuu Tigist Maammoo Simaa isiniif qooda.Tigist Abbaa ishee Obbo Maammoo Simaa fi Haadha ishee Aaddee Ayeetuu Maammoo irraa bara 1992 akka lakkoofsa Oromootti Biyya Oromiyaa Godina Kibba lixa Shawaa Aanaa sadeen Sooddoo Ganda Saaririti jedhamutti dhalattee.Mana barnoota sadarkaa 1ffaa kan barattee 1_8 mana barnoota Calalaqa kan jedhamu miilan deemsa sa’a lama deemte barattee.sadarkaa 2ffaa 9_12 mana barnoota Harbuu Cululleetti baratte.Akkasuma qabxii gaarii fiduun Yuuniversitii Maddaa Walaabutti waggaa 1ffaa barata osoo jirtuu FDGf n gaaffii mirgaa baratooti Oromoo Ebla 28,2014 kaasaniin wal qabatee rasaasa diinaan wareega lubbuu saba Oromoof jecdha kafalte. Gootittiin Oromoo Tigist Ma Read more
Comments
Post a Comment